Kan garaako kesaa ifaann yoon dubadhee
Kann natti dhaga'amee fulduraan ibsadhee
Hikaamee bilisaan fayyumaa jiraanaan
Akka namaa otto ta'iin anni offikoo tanaan.....
"Ishenoo akkanaa akkas akkas gottii
want tokko hin yaduu fayumaa jirattii
akka basttu bektuu fayumaa dubatii
akka namaa osson ta'iin akka tokko taatii..
jetaanii"
Callisemoo tenyaan hasa'ukoos dhisnaan
Mallumakoo osson taanee akka nama taanan
Kessakoo ukkamsee kan namaa dhagenyaan
Enyumaako hagugee akka namaa jenaan......
"Ishenoo akkasii akkas akkas jetti
Offi otto ta'iin akka namaa tattii
Garaanshes hin bekamu fayyuma cufamtii..
jetaanii.........."
Kana kanaa jetaanii anaan jejeqxanii
Enyumma matako naraa dhabamsiftanii
Hundumtuu akafetaan anaan dubatanii
Isaa ganamaa naf latamee narra darbatanii
malumakoo isaa dhugaamo narraa fagessitanii...
Malookaa nadhisaa anaa nan borccinaa
samuu mataakotttin anii yaduun fedhaa
isaan ummamefis ta'een darbuun fedhaa...
Offiif hin hanqadhuu akkumaa ta'ettii
Kanaafu naaf kenna carraa matakottii...!!!
Wednesday, February 20, 2013
Mallif......????????????????????
Mallifi dhiphatee bay'ee offi dhiphistee
Matta gaddi cabsatte boqqun gaddi siccabee?
Mallifimoo bossa abbdiihoo kutattaa
Gannamafii galgalaa offitti waammataa?
Gaduumma offi qabdee offimo tuffataa
Naggan sirraa fagaatee hirribamo dhabdaa
Barrakee marrasaa mallif gutaa gaddaan??
Laffa laffa ilaalaa yadoon waxxalammaa
Guttukee daggatee hir'umaakee xinxxallaa
Gammachu fagessaa gaddaffi karra bannaa
Biffakee geddartee kanbirra wayyi tattee
Yaddoo ofif umtee yaddaa qoffan guttee
Gaaffi tokko kastee gaffi tokko geddartee
kaann ta'uu hintannefi maallif waxallamtee...???
Kann ta'uu hinta'aa kaan hin tane ta'uu
Ta'uu yeroo qabuu yerosaaf hataa'uu
Atti garu kan ta'u qabdufii ta'unkee hin oluu
Kanni hin ta'amnee tatee kan hin tanne hin ta'iinitti
Nagaa offif kenni kessakeef eggadhuttii
Akkaa siif akkakekametti billisaan jiraataa
Qillesaa qulqulaa'aa serumaan baffataa
Isaa xuraa'eemo offi kesaa darbataa
Mee akkasiin jiradhuu takaa allagarfataa...!!
Matta gaddi cabsatte boqqun gaddi siccabee?
Mallifimoo bossa abbdiihoo kutattaa
Gannamafii galgalaa offitti waammataa?
Gaduumma offi qabdee offimo tuffataa
Naggan sirraa fagaatee hirribamo dhabdaa
Barrakee marrasaa mallif gutaa gaddaan??
Laffa laffa ilaalaa yadoon waxxalammaa
Guttukee daggatee hir'umaakee xinxxallaa
Gammachu fagessaa gaddaffi karra bannaa
Biffakee geddartee kanbirra wayyi tattee
Yaddoo ofif umtee yaddaa qoffan guttee
Gaaffi tokko kastee gaffi tokko geddartee
kaann ta'uu hintannefi maallif waxallamtee...???
Kann ta'uu hinta'aa kaan hin tane ta'uu
Ta'uu yeroo qabuu yerosaaf hataa'uu
Atti garu kan ta'u qabdufii ta'unkee hin oluu
Kanni hin ta'amnee tatee kan hin tanne hin ta'iinitti
Nagaa offif kenni kessakeef eggadhuttii
Akkaa siif akkakekametti billisaan jiraataa
Qillesaa qulqulaa'aa serumaan baffataa
Isaa xuraa'eemo offi kesaa darbataa
Mee akkasiin jiradhuu takaa allagarfataa...!!

Manna Waqqayoo Demnaa Jennan Naan Gammadee!!
Ollanimaa bullun Yaddo Gudda tahee
Gammachuun dhallaa namma irraa sirriima faggatee
Afurrumaa kuttachuu dhiphinattu tehee.............
Ann garu ann garuu
Mana Waqqayoo
Demnaa Jennan
Nan gammaddee...
Mannaa isaa naaf wayyaa
Manumaa abbakoo
Burqqaa gammachukoo
Maddaa alagarfikoo..!
"Ergaa annaf jechaa offi off kennitee..."
Hmmmm hmm hm…..
Bakkakoo dararamtee ba’akoo naaf bate
Atti hunkutoftee karraa annaf bante
Jirrenyaa lubbukof kessa debbi umte
Fayyinna isaa hankee harkakotti kennite
Arrarakee annaf ergaa atti bayiste
Gadoddi gaddodee nirawatee jettee…
Ergaa annaf jechaa offi off kennitee
Fayyinnakoof jechaa atti dararamtee
Maddakoo madaftee annaf dhidhitametee
Bakkakoo cinninsuu iyyan cinninfatee
Boqqun gaddi siccabee annaf lafaa ilaltee
Bellaf dhebuu argitee ergaa dallachoftee
Malliree …manni! bo’uufi gaddodinkoo
Mallifaan nagadda nabohaa kessikoo
Boqqun koo maaf na naccabbaa
Himmimman naccobaa
Anni simboo dhabee mafan tibbirbbiraa
Bakkakoo dagadhee bakee mafan labbaa
Kessikoo naborahee nagaa mafaan dhaabaa…
Ergaa wantii hundumtuu siittin naf rawwatee
Cuphukoo marasaa dhigaan narraa dhiqxee
Bakka kuffu kotti olfuttee nadhabdee
Siif dhisamera itti hindebihiin jetee
Jallalaan harkistee ararran nasimatee….
Maree!…..maliree! Boso’uunkoo simbokoo gannamaa darbadhee gatuunkoo
Offi off tuffadhee gadii off darbachunkoo
Irra deddebihee offi of qorunkoo
Issaa atti naan jette fudhachuu dhisunkoo…
Oddu durii mitti atti annaf duhunkee
Senaa darbeesi mitti hojjin atti hojjatee
Amma fanno du’atti naa mararsifatee
Kunni hinmofu’uu yeroo marra harraa
Takka jijjiramuu haqqumma jirrudhaa
Harra’as boru iftanis fayyinnaf garidha
Kannaaf Dhigakee isaa fanon anii qulqulahee
Jalaalafi arrarakeen yeroo hundaa marsamee
Angoon muccumakos guttuman eggamee
Annoo naan jiradhaa fanno yessus jallaa
Wan hundumarayyu issattu naaf callaa...!!!
Subscribe to:
Posts (Atom)