Wednesday, February 20, 2013

Mallif......????????????????????

Mallifi dhiphatee bay'ee offi dhiphistee
Matta gaddi cabsatte boqqun gaddi siccabee?

Mallifimoo bossa abbdiihoo kutattaa
Gannamafii galgalaa offitti waammataa?

Gaduumma offi qabdee offimo tuffataa
Naggan sirraa fagaatee hirribamo dhabdaa
Barrakee marrasaa mallif gutaa gaddaan??

Laffa laffa ilaalaa yadoon waxxalammaa
Guttukee daggatee hir'umaakee xinxxallaa
Gammachu fagessaa gaddaffi karra bannaa

Biffakee geddartee kanbirra wayyi tattee
Yaddoo ofif umtee yaddaa qoffan guttee
Gaaffi tokko kastee gaffi tokko geddartee
kaann ta'uu hintannefi maallif waxallamtee...???

Kann ta'uu hinta'aa kaan hin tane ta'uu
Ta'uu yeroo qabuu yerosaaf hataa'uu
Atti garu kan ta'u qabdufii ta'unkee hin oluu
Kanni hin ta'amnee tatee kan hin tanne hin ta'iinitti
Nagaa offif kenni kessakeef eggadhuttii

Akkaa siif akkakekametti billisaan jiraataa
Qillesaa qulqulaa'aa serumaan baffataa
Isaa xuraa'eemo offi kesaa darbataa
Mee akkasiin jiradhuu takaa allagarfataa...!!





1 comment:

  1. Wow wow baayyee namatti tola, yaada baayyee nama jabeessuudha eebbifami Waaqayyo si haa eebbisu, jabaadhuu itti fufi!

    ReplyDelete