Wednesday, February 20, 2013

"Ergaa annaf jechaa offi off kennitee..."


Hmmmm hmm hm…..
Bakkakoo dararamtee  ba’akoo naaf bate
Atti hunkutoftee karraa annaf bante
Jirrenyaa lubbukof kessa debbi umte
Fayyinna isaa hankee harkakotti kennite
Arrarakee  annaf ergaa atti bayiste
Gadoddi gaddodee nirawatee jettee…

Ergaa annaf jechaa offi off kennitee
Fayyinnakoof  jechaa atti dararamtee
Maddakoo madaftee  annaf dhidhitametee
Bakkakoo cinninsuu iyyan cinninfatee
Boqqun gaddi siccabee annaf lafaa ilaltee
Bellaf dhebuu argitee ergaa dallachoftee


 Malliree …manni!  bo’uufi gaddodinkoo
 Mallifaan nagadda nabohaa kessikoo
Boqqun koo maaf na naccabbaa
Himmimman naccobaa
Anni simboo dhabee mafan tibbirbbiraa
Bakkakoo dagadhee bakee mafan labbaa
Kessikoo naborahee nagaa mafaan dhaabaa…

Ergaa wantii hundumtuu siittin naf rawwatee
Cuphukoo marasaa dhigaan narraa dhiqxee
Bakka kuffu kotti olfuttee nadhabdee
Siif dhisamera  itti hindebihiin jetee
Jallalaan harkistee ararran nasimatee….

Maree!…..maliree! Boso’uunkoo simbokoo gannamaa darbadhee gatuunkoo
                              Offi off tuffadhee gadii off darbachunkoo
                                Irra deddebihee  offi of qorunkoo
                               Issaa atti naan jette  fudhachuu dhisunkoo…
Oddu durii mitti atti annaf duhunkee
Senaa darbeesi mitti hojjin atti hojjatee
Amma fanno du’atti naa mararsifatee
Kunni hinmofu’uu yeroo marra harraa
Takka jijjiramuu  haqqumma jirrudhaa
Harra’as boru iftanis fayyinnaf garidha

Kannaaf  Dhigakee isaa fanon anii qulqulahee
               Jalaalafi arrarakeen yeroo hundaa marsamee
               Angoon muccumakos guttuman eggamee
                Annoo naan jiradhaa  fanno yessus jallaa
               Wan hundumarayyu issattu naaf callaa...!!!


1 comment: