Kan garaako kesaa ifaann yoon dubadhee
Kann natti dhaga'amee fulduraan ibsadhee
Hikaamee bilisaan fayyumaa jiraanaan
Akka namaa otto ta'iin anni offikoo tanaan.....
"Ishenoo akkanaa akkas akkas gottii
want tokko hin yaduu fayumaa jirattii
akka basttu bektuu fayumaa dubatii
akka namaa osson ta'iin akka tokko taatii..
jetaanii"
Callisemoo tenyaan hasa'ukoos dhisnaan
Mallumakoo osson taanee akka nama taanan
Kessakoo ukkamsee kan namaa dhagenyaan
Enyumaako hagugee akka namaa jenaan......
"Ishenoo akkasii akkas akkas jetti
Offi otto ta'iin akka namaa tattii
Garaanshes hin bekamu fayyuma cufamtii..
jetaanii.........."
Kana kanaa jetaanii anaan jejeqxanii
Enyumma matako naraa dhabamsiftanii
Hundumtuu akafetaan anaan dubatanii
Isaa ganamaa naf latamee narra darbatanii
malumakoo isaa dhugaamo narraa fagessitanii...
Malookaa nadhisaa anaa nan borccinaa
samuu mataakotttin anii yaduun fedhaa
isaan ummamefis ta'een darbuun fedhaa...
Offiif hin hanqadhuu akkumaa ta'ettii
Kanaafu naaf kenna carraa matakottii...!!!
wooow
ReplyDeletePokerstars Casino Resort | Las Vegas Hotels - JTM Hub
ReplyDeleteWith a 양주 출장마사지 stay at Jumbo Casino 강원도 출장샵 Resort 순천 출장샵 in Las Vegas (Las Vegas Strip), you'll be centrally located in 제주도 출장마사지 Las Vegas, steps 서산 출장샵 from The Veneen Theater and 5 minutes